
Dhaamsa Hooggantuu Biiroo:- Sirna daldalaa fi gabaa ammayyaa’aa, dhaqqamabamaa fi haqa qabeessa diriirsuun guddina dinagdee biyyaa keessatti seekterri daldalaa qooda isaa akka gumaachu taasisuun guddina waliigalaa biyyattiin galmeessaa turtee fi jijjiirama yeroo gara yerootti dhufe keessatti shoora isaa akka taphatu taasifamaa turee jira.Mootummaan, seektera kana ammayyeessuu, misoomsuu fi guddisuun guddina dinagdee biyyaaf wiirtuu ta’uu isaa hubachuun xiyyeeffannoo olaanaan itti kennamee hojjetamaa jira.Bu’uuruma kanaan, akka naannoo Oromiyaatti tajaajila saffisaa fi qulqullina qabu lammiilee biraan gahuun ciminaan irratti hojjetamaa jira.
Dhaamsa I/A/H/Biiroo
Taateewwan
Tajaajiloota Toorarraa
Viidiyoo
1+
Galmeessa Haaraa
1+
heyyama Haaraa
1+
Haaromsa Heyyamaa
1+
qulqulleessa maqaa Dhaabbataa fi Daldalaa
Oduu
Leenjiin hojjetoota Biiroo Daldala Oromiyaatiif keename.
Bitootessa 16/2017 Kominikeeshini Biiroo Daldala Oromiyaa. Mata duree haala Qoophii Gabaasa Qulqulina fi itti gaafatamumma qabu qopeesu irrattii,Hoggantun Biiroo Daldala ...
Ergaa baga geessanii Hoggantuu Biiroo Daldala Oromiyaa Kabajamoo Adde Masarat Asaffaa dabarsan.
Mudde 28 ,2017 Hordoftoota amantaa Kiristaana hundaaf , baga guyyaa yaadannoo dhaloota Kiristoosiin nagaan geesan jechaa, Ayyaanichi kan jaalalaa, araaraafi ...
Daldalli seeraan alaa sirna daldalaa jeequudhaan diinagdee biyyaa haalaan kan miidhu waan ta’eef
Daldalli seeraan alaa sirna daldalaa jeequudhaan diinagdee biyyaa haalaan kan miidhu waan ta’eef hubannoo hawaasaa gabbisuudhaan walta’insaan irratti qabsaa’uu qabna ...
Hanqinni dhiyeessii Oomishaalee tibba Ayyaana Qillee fi cuuphaa akka hin mudanneef hojjetamaa Jira.
Biiroon Daldala Oromiyaa Ayyaana Qillee fi Cuuphaa fuul-dura keenya kabajamu sababeeffachuun gatiin Oomishaa akka hin daballee fi hanqinni dhiyeessii Oomishaalee ...