+1251 11 369 0760
Logo new
GGG3
GGG2
5769146247360397802_121
gab-scaled
image22_1
Oil-best-scaled
photo_2023-04-07_10-28-06
photo_2023-06-15_20-04-08-Copy
photo_2023-09-02_13-12-41
photo_2023-09-02_13-12-43-1
photo_2023-09-02_14-45-04-1
photo_2023-09-02_21-06-38-3
photo_2024-01-12_16-16-20
photo_2024-02-23_14-27-10
photo_2024-02-23_14-27-10-2
photo_2024-02-29_14-16-14
photo_2024-04-08_14-03-00
photo_2024-04-08_14-10-58
photo_2024-04-08_14-11-19
shel12
Slide-best2-scaled
previous arrow
next arrow
Hordoffii raawwii kurmaana 3ffaa
Biiroon Daldala Oromiyaa caasaa isaa Godinaaleefi magaalota raawwii kurmaana 3ffaa irratti garee ijaaruun haala qabatamaa lafarra jiruu ilaaluun deggarsaafi hordoffii taasisaa jira.

Bu'uuruma kanaan karoora tarkaanfilee haaraa xiyyeeffannoo addaan raawwatamu qaban karoorsuun raawwatamaa turan lafarratti raawwatamuu isaani gareen godinaaleefi magalootatti gadi bu'e ilaaluu danda'ameera.

Keessumaa, hojirra olmaa E-trade, leenjii interpirunershippi, Al-ergii guddisuu ilaalchisee, mallattoo daldalaafi qaala'insa gabaa furuuf gabaa sanbataafi walitti hidhaminsa gabaa, to'annoo dhaabbilee daldalaa, ijaarsa giddu galoota gabaafi odeeffannoo gabaa ilaalchisee raawwi gabaasaafi hojii qabatamaa lafarra jiruu ilaaluun deggarsa barbaachisuu kennamaa jira.