Bitootessa 16/2017 Kominikeeshini Biiroo Daldala Oromiyaa.
Mata duree haala Qoophii Gabaasa Qulqulina fi itti gaafatamumma qabu qopeesu irrattii,Hoggantun Biiroo Daldala Oromiyaa Dr Yeshi Jimatin keenname Jira. Barbaachisumaa Leenjii kan Ibsan Hoggantun Biiroo Daldala Dr. Yeshin akka jadhanitti Dayrokteretii fi Ogeessii hojiilee rawwataman hundu bifa barbadameen qindeessuun Biiroo keenya hojjiin mul'isu yoo dandeenye qofa. gama biraatin caasaa keenya hordoffiif deggarsa taasiisnu kessattiGabaasni qinda’ee qabiyyee guutu qabu yoo dhihaate muurtoo Sirrii ta'e keennufi sirna itti gaafatamummaa dirirsun rakkoo kenna tajaajila biiroo keenyatti mull'atu furuuf nugargaara.kanaaf hanqina jiru yeroo yeroon Sirreessun barbachisa dha jadhanirru.
