Giddugala Gabaa
Biyyi tokko biyyaa taatee itti fufuuf diingde tasgabaayaa qabaachuun dirqamadha diinagdee tasgabaaya qabaachuuf immoo gabaa sirna qabu uumuun barbaachisaadha gabaa sirna qabuu uumuuf ulaagalee hedduu guutun barbaachisaadha ulagaale kunneen keessa inni ijoon qaqqabuma giddugala gabaa uumuudha.
Giddugalli Gabaa tasgabii gabaa uumu, daldalaa seeran ala to’achuu fi itii quufinsa fayyadamtoota gabaa/bitataa fi guruguraa/ uumuun diingdeen biyyaa karaa sirna qabuun akka guddatu taasisu keessatti gayee gudda qaba.
Haaluma Kanaan Biiroon Daldala Oromiyaa giddugalla gabaa yeroo ammaa kana ijaaramanii tajaajila hawaasaf oolanii fi oluuf jiran giddugala gabaa beylada, midhaani, Kuduraa fi muduraa, giddugala gabaa Jimaa, Damma fi Aannanii yoo ta’u giddugalootni kun godinaale fi magaalota oromiyaa bakkewwan adda addaa keessatti ijaramanii tajaajila kenna jiru.
Akkasumas tajaajilaaf ooluuf qophii xumuraa kan jiranis jiru. Kanaafu ammas ijaarsi giddugala gabaa hanga ammatti ijaarames gahaa waan hintaanef qaqqabuumaa /accessibility/ol-guddisuuf garaa fuula duraatis ijaarsi kan itti fufu ta’a.