+1251 11 369 0760
Logo new
GGG3
GGG2
5769146247360397802_121
gab-scaled
image22_1
Oil-best-scaled
photo_2023-04-07_10-28-06
photo_2023-06-15_20-04-08-Copy
photo_2023-09-02_13-12-41
photo_2023-09-02_13-12-43-1
photo_2023-09-02_14-45-04-1
photo_2023-09-02_21-06-38-3
photo_2024-01-12_16-16-20
photo_2024-02-23_14-27-10
photo_2024-02-23_14-27-10-2
photo_2024-02-29_14-16-14
photo_2024-04-08_14-03-00
photo_2024-04-08_14-10-58
photo_2024-04-08_14-11-19
shel12
Slide-best2-scaled
previous arrow
next arrow
Reegulaatorii fi Inspekshinii Daldalaa fi Gabaa
oil-bes

Dameen kun hojiiwwan ijoo to’annoo daldala seeraan alaa fi eegumsa mirga fayyadamtootaa fi dorgommii daldalaa irratti hojjeta. Damichi Daayrektoreetiiwwan lama  (Inispeekshinii fi Reegulaatoorii fi Daayrektoreetii Eegumsa Mirga Fayyadamtootaa fi Dorgommii Daldalaa) of jalaa qaba.

Daayrektoreetiin  inispeekshinii fi regulaatoorii  daldalaa hojiiwwan to’annoo fi hordoffii daldala seeraan alaa fi kontirobaandii  akkasumas, keellaawwan to’annoon irratti gaggeeffamu hundeessuu fi bulchuu  akka raawwatamuu fi sirni to’annoo fi seera qabsiisa daldalaa iftoomina qabuu fi hawaasa hunda  fayyadamaa taasisuu naannicha keessatti akka dagaagu gochuudhaan hojiin daldalaa haqa qabeessaa fi ammayyaa’aa  taasisuuf hojjetudha.

Akkasumas, sakkatta’insa Safartuu, Madaallii fi buufataalee boba’aa, Oomishaalee Industirii fi Sadarkaa dirqisiisoo qaban to’achuu  fi hojiirra oolmaa labsiiwwanii fi qajeelfamoota sirna daldalaa bahan hordofuun seera qabeessummaa mirkaneessuu irratti hojjeta.