+1251 11 369 0760
Logo new
GGG3
GGG2
5769146247360397802_121
gab-scaled
image22_1
Oil-best-scaled
photo_2023-04-07_10-28-06
photo_2023-06-15_20-04-08-Copy
photo_2023-09-02_13-12-41
photo_2023-09-02_13-12-43-1
photo_2023-09-02_14-45-04-1
photo_2023-09-02_21-06-38-3
photo_2024-01-12_16-16-20
photo_2024-02-23_14-27-10
photo_2024-02-23_14-27-10-2
photo_2024-02-29_14-16-14
photo_2024-04-08_14-03-00
photo_2024-04-08_14-10-58
photo_2024-04-08_14-11-19
shel12
Slide-best2-scaled
previous arrow
next arrow
Egzibishinii Imala waggaa 30
Egzibishinii Imala waggaa 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa qindeessummaa Biiroo Kominikeeshiniitiin Giddugala Aadaa Oromoo Finfinneetti adeemsifamaa ture xumurame.

Egzibiinichi guyyoottaan sadan darbaniif
haala ha'aa ta'een geggeeffamaa ture milkaa'inoota gama hawwasummaa,
dinagdee fi siyaasaan naannicha keessatti galmaa'an hawaasaaf
agarsiisuun hubannoo gabbisuu, muuxannoo raawwii jiru irratti
seekteroonni akka walii qoodaniifi akka walirraa baratan haala mijeessuu
danda'eera.

Xumura egzibiishinichaa irraatti haasaa kan taasisan
kab. Obbo Haayiluu Addunyaa Akka jedhanitti agarsiisni kuni Sirna
qabiinsa ragaa seektarootaa sadarkaa gaarii irra jiraachuu kan nutti
mul'ise ta'uufi seektaroota gidduutti miira gaarii kan uume ta'uu
ibsan.Kanaafis seektarootaa naannichaa agarsiisa kanarratti hirmaatan
galateeffatan.

Biiroon keenyas, Igzibiishinicha irratti raawwii
hojii fi milkaa'inoota gama daldalaan galmaa'an bifa suur-sagalee fi
maxxansaalee garaagaraan agarsiisichaan argaa dhageettii hawaasaaf
geessiseera.
Egzibiizhichi kan muuxannoo itti walii qoodamee,
ragaalee raawwii mootummaa uummataat Ifa itti ta'e fi waltajjii imala
milkaa'ina hojii itti mul'ifameedha.Horaa Bulaa!